Dr. Melaku Taye Ispeeshaalistii Dhibee keessoo fi Sab- Ispeeshaalistii Dhibee Sukkaaraati. Yeroo ammaa Yunivarsiitii Addis Ababaa Hospitaala Ispeeshaalaayizd Tikur Anbessa keessatti wal'aansa, barsiisaa fi qorannoo irratti hojjechaa jira. Dameewwan fayyaa adda addaa keessattis gahee hoggansa cimaa ni hojjeta. Sirna eegumsa fayyaa cimaa dhukkuba sukkaaraa fi dhukkuboota kanaan walqabatan ittisuuf gargaaru uumuuf qooda fudhattoota adda addaa waliin ta’uun ni hojjeta. Odeeffannoon fayyaa ragaa saayinsii mirkanaa’e irratti hundaa’e hundaaf akka dhaqqabamu gorsa fayyaa karaa adda addaa fi filannoo miidiyaa adda addaatiin barsiisa.

Naannoowwan xiyyeeffannoo Ispeeshaalitii Dr. Melaku

yaala dhukkuba sukkaaraa

yaala furdina garmalee

yaala kolestroolii

akkaataa jireenyaa fayya qabeessa

yaala dhukkuba Quufa Mormaa

yaala lafee, yaala hanqina vitaamin D

yaala dhibee hormoonii biroo

yaala dhibee keessoo waliigalaa

Sababoota Dr. Melaku filatamaa taasisan

Odeeffannoo saayinsii irratti hundaa’uun

Wal'aansa isaa maamila giddugaleessa godhate

Naamusa ogummaatiin kan ijaarame

Cimaa, gara laafessaa fi ofitti amanamummaa kan qabu

Scroll to Top