Buna fayyaaf
Dr. Malaakuu Taayyeetin Yaa Bunaa! ‘Maddi galii keenyaa buna, buna jennee kan faarfanneef, bunni dhiiga kooti jennee istadiyeemii keessatti kan sirbineef, dhugaatii kafaa irraa ka’ee adunyaa guute! Buna malee bashannanuun nama baay’eedhaaf hin danda’amu. Bunni dhugaatii guyyaa guyyaa namoota hedduu biratti jaallatamu ta’eera. Guyyaan koo buna ganama dhuguun jalqaba kan jedhan muraasa miti. Oduu gammachiisaa!…