Piroolaaktiinoomaa (Prolactinoma)
Hormooniin piroolaaktiin maali? piituutariin qaama xiqqaa hamma baaqelaa hormoonii oomishuuf sammuu keessatti argamudha. Hormoonota barbaachisoo hedduu ni oomisha. Hormooniin inni oomishu hojii ujummoolee hormoonii oomishanii biroo hedduu to’atu. piituutariin hormoonota uumuun kallattiin gara dhiigaatti gadi lakkisa. Achiis tayiroyidiifii qaamonni keenya biroo hormoonii oomishanii hormoonota barbaachisoo taʼan hedduu akka oomishan kan ajaju piituutaarii dha.pituutaariin Qaama barbaachisaa…