Dhukkubni kolestroolii sooreeyyii ykn warra foon cooma nyaatan qofaaf akka hin taane beektu?
Dhukkubni kolestroolii rakkoo nama hundaati malee sooreeyyii cooma nyaatan ykn warra borcii qaban qofa miti! Nama kamiyyuu irratti dhiibbaa uumuu danda’a — si dabalatee! Qormaata hojii yaalaa guyyaa guyyaa koo natti ulfaatu keessaa tokko, kolestroolii fi dhukkuboonni onnee fi ujummoolee dhiigaa kanaan walqabatan dhukkuboota sooreeyyii, warra borcii qaban ykn namoota foon cooma baay’ee nyaatan qofa…