Qorannoon kolestroolii garaa duwwaa qofa irrattiykn yeroo kamiyyuu hojjetama?
Dr. Melaku Tayetiin Qorannoowwan hamma kolestroolii fi tiraayigiliisaayidii dhiigaa safaru fayyaa onnee fi ujummoolee dhiigaa safaruu keessatti gahee guddaa qabu. Qorannoo kun yeroo baayyee garaa duwwaa qofa irratti akka raawwatamu duudhaan jira. Keessattuu ogeeyyiin fayyaa tokko tokko qorannoon kolestroolii ganama sa’aatii 3 booda yoo raawwatame “ hin hojjetu, hin hojjedhu” jedhu. Maamilaa fi ogeessa…