Seera nyaataa Itoophiyaa keessatti nyaata badhaadhina qabu (nyaata jabeessa)

 fayyaa Waliigalaa / Dr. Melaku Taayyeetiin Hanqinni nyaataa biyyoota galii gadi aanaa fi giddu galeessaa qaban keessatti namoota miliyoonaan lakkaa’aman miidha.  Keessattuu haadholii fi daa’imman hanqina nyaataaf saaxilamoodha. Hanqinni soorata barbaachisoo kanneen akka ayirenii, ziinkii fi vitaaminii beela dhokataa yeroo dheeraa kan ummata harka sadii keessaa tokkoo hanga walakkaa ta’e miidhudha. Hanqinni vitaaminii fi albuudota…