Koolestroolii daa’immanii fi dargaggoota keessatti
By Dr. Melaku Taayyee Dhukkuba kolestroolii yeroo yaadnu yeroo baay’ee namoota ga’eessota qofa waliin wal qabsiifna. Garuu dhimmi fayyaa kun daa’immanii fi dargaggoota irratti dhiibbaa uumuu danda’a. Rakkoon kolestroolii, kan baayyinaan daa’imman irratti mul’atu, dhalootaan kan dhufu yoo ta’u, kolestrooliin daa’immaniis sababa rakkoo nyaataa fi sochii qaamaa dhabuu irraa kan ka’e jallachuu danda’a. Koolestrooliin daa’immanii…