Dhukkuba Vaayirasii Maarbarg (Marburg Virus Disease)
Vaayirasiin Maarbarg dhukkuba daddarbaa, ho’a qaamaa qabuudha.Gosa vaayirasii Filoovaayirasii jedhamuun kan ramadamu yoo ta’u, vaayirasii Iboolaa waliin walitti dhufeenya guddaa qaba. Sadaasa 5, 2018 sababni weerara dhukkuba ho’aa dhiiga dhangalaasu Vaayirasiin Dhufu kan Itoophiyaa keessatti namoota tokko tokko miidhe vaayirasii Maarbarg ta’uun mirkanaa’eera. Barreeffamni barsiisaa kun maalummaa, daddarbiinsa, mallattoolee, yaala, fi ittisa vaayirasii Maarbarg irratti xiyyeeffata….