Furdinni Ulfaatina Idilee (Normal Weight Obesity): Furdinni qaamaa qallachuutiin dhokata
Dr. Malaakuu Taayyeetiin. Mee yeroo hunda ulfaatinni kee idilee fi daangaa fayya qabeessa keessa akka jiru sitti himama haa jennu. Kanaafuu fayyaan kee qabbanaa’aa ta’uu fi ulfaatina qaamaa wajjin walqabatee yaaddoo fayyaa akka hin qabne ni mirkaneeffatta. Yeroo qorannoo fayyaa waliigalaa kamiifuu saamuda kennitan, garuu sadarkaa kolestroolii olaanaa agarsiisa; Sukkaarrillee xiqqoo ol ka’eera. Garaa kee…