Ulfaatina qaamaa hir’isuun maaliif salphaa miti – hormoonota dhokataa duubaan nu lolan!

Dr. Melaku Tayetiin (Hospitaala Ispeeshaalaayizd Tikur Anbessa keessatti ispeeshaalistii yaala dhukkuba Sukkaaraa fi Furdinna) Mee yaadadhaa, nyaata keessan erga sirreessitanii, sochii qaamaa erga gootanii, fi ji’ootaaf carraaqqii gootanii booda, cooma garaa(boorcii) gubdaniittu. Milkaa’ina kana keessatti gammachuu guddaatu jira. Hojii ajaa’ibaa hojjechaa jirtaniin ni boontu. Garuu mudhiin qalla’e tokko “An nan danda’a;  Mudhii lakkoofsa 8 argadheera!” jettanii…