Galmoonni yaala dhukkuba sukkaaraa (therapeutic goals of diabetes care) maali?
Galmoonni yaala dhukkuba sukkaaraa (therapeutic goals of diabetes care) maali? Karoora baasuu fi galma kaa’uun furtuu milkaa’ina gama jireenya keenyaa hunda keessaa isa tokko. Karoorsuu fi galma baafachuun jireenya keenya karaa hundarra gaarii taʼeen akka jiraannu nu gargaaruu dandaʼa. Wanti hunda caalaa barbaachisaa ta’e fayyaa keenya. Kanaaf fayyaa keenya eeguuf karoora baafachuu, galma baafachuu fi…


