Diabetes

Diabetes remission – የስኳር ህመምን ማዳፈን ወይስ ማዳን?

የዛሬዉን ሃተታ በአንድ የታካሚዬ ታሪክ ልጀምር። ጋሽ ተስፋዬ የ50 አመት ጎልማሳ ናቸው። የዓይነት 2 የስኳር ህመም ህክምና ከጀመሩ ከአሥር ዓመት በላይ ሆኗቸዋል። በየቀኑ ኢንሱሊን ይወጋሉ፤ የስኳር ኪኒንም ይወስዳሉ። ታዲያ አንድ ቀን የሚወዱት ወዳጃቸው  ቴሌግራም ላይ አንድ ቪዲዮ ላከላቸው። ቪዲዮው እንዲህ ይላል፦ «ሐኪሞች የማይነግሯችሁ ምሥጢር! ስኳር በ90 ቀን ውስጥ ሙሉ በሙሉ ይድናል። መድሃኒትህን ተውና ይህችን ምስጢራዊ…

“ቆሽቴ አረረ” ስንል?

ኢትዮጵያዊያን ሲናደዱ፣ ሲጨነቁ፣ በንዴት ድብን ሲሉ ‘ቆሽቴ አረረ’ ይላሉ። በእርግጥ ይህ አገላለጽ  ምን ትርጉም አለው? ይህ ንግግር ስለ ስኳር ህመም መነሻ ምክንያት ያመላክታል። ምንም እንኳን ሰዎች ስለሕክምና የአስኳላ ትምህርት ባይኖራቸው ስለበሽታ አመጣጥ ያላቸውን ጥንታዊ ፍልስፍናዊ አረዳድ ይዳስሳል። ስንቆጣ ‘ኧረ ቆሽቴ አረረ፣ አቃጥለህ ልትገድለኝ እኮ ነው‘ ስንል፤ በሃይል ስንበሳጭ ቆሽት ላይ ምን ጉዳት እንደሚፈጠር እና ከስኳር…

Hordoffii dhukkuba sukkaaraa dahumsa boodaa

 Dhukkuba sukkaaraa / Dr. Malaakuu Taayyeetiin Haadholiin dhukkuba sukkaaraa ulfaa qabaachuun isaanii adda baafame hedduun  da’umsa booda ni dagatu. Namoonni, ‘Doktorri koo sukkaara dhiiga koo erga da’ee booda akka sirreeffamu waan natti himeef, dhiise’ jedhanii yeroo dubbatan dhaga’uun waanuma barame dha. Daa’ima reefuu dhalate qabachuu fi kunuunsuun mataan isaa hojii baay’ee nama dadhabsiisu waan ta’eef…

Kunuunsa ulfa duraa dubartoota dhukkuba sukkaaraa qabaniif

 Wal’aansi fi hordoffiin dhukkuba sukkaaraa ulfa duraa sirrii ta’e ulfa fayya qabeessa ta’e mirkaneessuu danda’a; Akkasumas daa’imni nagaan akka dhalatuuf gargaara. Ulfi fayya qabeessa ta’e osoo hin ulfaa’iin jalqaba. Kunuunsi ulfa duraa baayyee barbaachisaa dha. Dubartoota dhukkuba sukkaaraa qabaniif bu’aa fooyya’aa argachuuf dursanii karoorfachuu fi sirreeffama gochuun murteessaadha. Rakkoo fayyaa daa’ima gadameessa keessa jiru ittisuuf…

Galmoota Wal’aansa Dhukkuba Sukkaaraa Ulfaa: Maal Kaayyefachuu Qabda? (Treatment Targets for gestational diabetes: What Should You Aim For?)

Dhukkubni sukkaaraa ulfaa rakkoo fayyaa yeroo ulfaa hammi sukkaara dhiigaa yeroo idilee caalaa ol ta’u kan uumamu yoo ta’u, rakkoo fayyaa dubartoota ulfaa miidhan keessaa isa tokko dha. Innis gosa dhukkuba sukkaaraa yeroo baay’ee ulfa ji’a 5-7 keessatti kan mul’atu yoo ta’u, da’umsa booda kan badu dha. Dhukkubni sukkaaraa fayyaa haadhaa fi nageenya daa’ima gadameessa…

Sakatta’iinsa waliigalaa dhukkuba sukkaaraa ulfaa haadholii hundaaf (universal screening for gestational diabetes)

Dhukkubni sukkaaraa ulfaa (Gestational diabetes) (GDM) rakkoo fayyaa yeroo ulfaa hammi sukkaara dhiigaa ta’uu qabu caalaa yeroo ol ta’u kan uumamu yoo ta’u, rakkoolee fayyaa dubartoota ulfaa miidhan keessaa jalqaba caqafama. Innis gosa dhukkuba sukkaaraa yeroo baayyee ulfa torban 24 hanga 28 gidduutti mul’atudha. Dhukkubni sukkaaraa kun yeroo baay’ee erga da’umsa booda kan badu yoo…

Dhukkuba sukkaaraa ulfaa (Gestational diabetes)

Dhukkubni sukkaaraa ulfaa yeroo ulfaa yeroo jalqabaaf hammi sukkaara dhiigaa yeroo idilee caalaa  ol ka’u dha. Yeroo baayyee ulfa ji’a 5-7 keessatti kan mul’atu yoo ta’u, da’umsa booda ni bada. Yeroo ulfaa dhukkubni sukkaaraa yeroo uumamu fayyaa dubartoota ulfaa fi daa’ima gadameessa keessa jiru irratti dhiibbaa qaba. Garuu dhukkubni sukkaaraa sirnaan yoo yaalame haadhaas ta’e…

Qajeelfama nyaata fuduraalee dhukkubsattoota dhukkuba sukkaaraa

Gaaffiiwwan dhukkubsattoonni dhukkuba sukkaaraa gaafatan keessaa tokko, ‘Furduraa nyaachuu nan dandaʼaa?’ kan jedhudha. Dhukkubsattoonni sukkaaraa yeroo baayyee akkaataa fuduraalee itti nyaatan irratti odeeffannoo wal faallessu hedduu waan dhaga’aniif ni burjaaja’u. Gorsi nyaataa hin mirkanoofne kan burjaajii uumuu, kan akka firii kana nyaachuu, firii sana irraa fagaachuu, kun hayyamame, sun dhorkaadha fi kkf ni jiru. Doktarri…

ከወሊድ በኋላ የሚደረግ የስኳር ክትትል

የእርግዝና ወቅት ስኳር ህመም የተገኘባቸው ብዙ እናቶች ከወሊድ በኋላ እርግፍ አድረገው ይረሱታል። ‘ዶክተሬ ከወሊድ በኋላ ስኳር ይስተካከላል ስላለኝ ተውኩት’ የሚል ንግግር መስማት የተለመደ ነው። አራስ ልጅ መያዝና መንከባከብ በራሱ በጣም አድካሚ ስራ ስለሆነ ብዙ እናቶች ስለራሳቸው ጤና ለማሰብ ጊዜም አያገኙ። ማስተዋል ያለብን ነገር ቢኖር የእርግዝና ጊዜ ስኳር ክትትል ከወሊድ በኋላ አያበቃም። የእርግዝና ጊዜ ስኳር የተገኘባት…

Qajeelfama yeroo ammaa fi bu’aa qorannoo abdachiisaa wal’aansa dhukkuba sukkaaraa gosa 1ffaa

Dhibee sukkaaraa/ Dr. Malaakuu Taayyeetiin Maatiin daa’imman dhukkuba sukkaaraa gosa 1ffaa qaban oduu wal’aansa daa’ima isaaniif abdii kennu barbaadaa jiru. Maatiin jireenyi daa’ima isaanii insuliinii irraa bilisa akka ta’u barbaaduun waanuma jiruudha. Garuu kan nama dhibu waadaan hin dhugoomne kun dogoggora ta’uu danda’a. Yeroo tokko tokko oduu balaa geessisu lubbuu daa’ima tokkoo balleessuu danda’a. Torban…

Scroll to Top