Gahee jijjiirama akkaataa jireenyaa yaala kolestroolii keessatti qabu
Dr. Melaku Tayetiin Qoricha fudhachuun qofti kolestroolii to’achuuf gahaa miti. Kanaa mannaa, jireenya fayya qabeessa qabaachuun kolestroolii fi dhukkuba onnee fi ujummoolee dhiigaa kolestroolii wajjin walqabatu yaaluuf gahee bakka hin buune qaba. Wanti gaariin jijjiiramni akkaataa jireenyaa yaala kolestrooliif gorfamu hedduun isaanii hojiirra oolchuuf salphaa ta’uu isaaniiti. Jireenya fayya qabeessa hordofuun sochii qaamaa gahaa gochuu…