Dhukkubni kolestroolii maali?ย Sababoonni isaa hoo?
Dr. Melaku Tayetiin Dhibee madaallii dhabuu cooma dhiigaa (Dyslipidemia) dhukkuba daddarboo hin taane yoo taโu, hammi kolestroolii ykn cooma dhiigaa yeroo hin baramne yoo taโe carraa dhukkuba onnee fi ujummoolee dhiigaa dabaluudha. Addunyaa irratti sababoota dhukkuba onnee adda duree taโan keessaa isa tokko yoo taโu, kunis jeequmsa akkaataa jireenyaa ykn saaxilamummaa sanyii keessatti kan dhufudha. …