OBESITY

Wal’aansa furdina garmalee nama dhuunfaa giddu galeessa godhate: Foormulaan nama hundaaf ta’u hin jiru!

Wal’aansa furdina garmalee ilaalchisee hubannoon keenya yeroo baay’ee dogoggora qaba. Furdinni qaamaa garmalee salphisanii laaluunis ni jira. Dabalataaniis Komachuu fi adda baasuu illee jiraachuu ni danda’a. Namoota baay’eedhaaf furdinni qaamaa dadhabina, gama nama dhuunfaatiin dantaa ofii isaaniif hin yaadne ykn ulfaatina qaamaa hir’isuuf fedhii dhabuu irraa kan ka’e akka ta’e yaadama. Yeroo baay’ee namoonni  ji’oota…

Furdina garmalee (obesity)

Furdinni qaamaa dhukkuba yeroo dheeraa fi deebi’ee dhufuu fi cooma qaamaa garmalee wajjin walqabatee dhufudha (Adiposity Based Chronic Disease). Akka idileetti ulfaatini BMI 30 ol ta’e furdina garmalee jedhama. Kunis rakkoo fayyaa hamaadhaaf sababa kan ta’u yoo ta’u, filannoowwan yaalaa ammoo fooyya’iinsa nyaataa, sochii qaamaa dabaluu, qoricha fudhachuu fi baqaqsanii hodhuu kan dabalatudha. Yaaddoon furdina…

Furdinni Ulfaatina Idilee (Normal Weight Obesity): Furdinni qaamaa qallachuutiin dhokata

Dr. Malaakuu Taayyeetiin. Mee yeroo hunda ulfaatinni kee idilee fi daangaa fayya qabeessa keessa akka jiru sitti himama haa jennu. Kanaafuu fayyaan kee qabbanaa’aa ta’uu fi ulfaatina qaamaa wajjin walqabatee yaaddoo fayyaa akka hin qabne ni mirkaneeffatta. Yeroo qorannoo fayyaa waliigalaa kamiifuu saamuda kennitan, garuu sadarkaa kolestroolii olaanaa agarsiisa; Sukkaarrillee xiqqoo ol ka’eera.  Garaa kee…

ግለሰቡን ያማከለ የውፍረት ህክምና፡ ለሁሉም የሚስማማ አንድ ቀመር የለም!

ስለውፍረት ህክምና ያለን አረዳድ ብዙውን ጊዜ የተሳሳተ ሲሆን ይታያል። ውፍረትን በጣም አቅሎ ማየትም አለ። አልፎ ተርፎም ወቃሽና አግላይ ሊሆን ይችላል። ለብዙዎች ውፍረት ሲባል በስንፍና ምክንያት የሚመጣ፣ ከግለሰቡ የግል ፍላጎት ማጣት ወይም ክብደትን ለማስተካከል አለመፈለግ ይመስላቸዋል። አብዛኛውን ጊዜ ግለሰቦች ብዙ ወራት በራሳቸው ሞክረው የተለያዬ ምግብ አንስተው ጥለው፤ ጂም ደክሞው አልሳካ ሲላቸው ነው ለውፍረት ህክምና ወደባለሙያ የሚያቀኑት።…

ከመጠን ያለፈ ውፍረት (obesity)

ውፍረት ማለት የሰውነት ስብ ከመጠን በላይ መብዛት ጋር የተያያዘ ስር የሰደደና የሚያገረሽ ውስብስብ በሽታ (Adiposity Based Chronic Disease) ነው። በተለምዶ የመጠነ ክብደት (body mass index) ከ30 በላይ ሲሆን ከመጠን በላይ ውፍረት ይባላል። ለከባድ የጤና ችግሮች የሚያጋልጥ ሲሆን ህክናምናዎቹ አመጋገብ ማስተካከል፣ የአካል ብቃት እንቅስቃሴን መጨመር፣ በመድሃኒትና የውፍረት ኦፕሬሽን የመሳሰሉ የህክምና አማራጮችን ያካትታሉ። የውፍረት አሳሳቢነት በአለም አቀፍና…

Ulfaatina qaamaa hir’isuun maaliif salphaa miti – hormoonota dhokataa duubaan nu lolan!

Dr. Melaku Tayetiin (Hospitaala Ispeeshaalaayizd Tikur Anbessa keessatti ispeeshaalistii yaala dhukkuba Sukkaaraa fi Furdinna) Mee yaadadhaa, nyaata keessan erga sirreessitanii, sochii qaamaa erga gootanii, fi ji’ootaaf carraaqqii gootanii booda, cooma garaa(boorcii) gubdaniittu. Milkaa’ina kana keessatti gammachuu guddaatu jira. Hojii ajaa’ibaa hojjechaa jirtaniin ni boontu. Garuu mudhiin qalla’e tokko “An nan danda’a;  Mudhii lakkoofsa 8 argadheera!” jettanii…

መደበኛ ክብደት ያለው ውፍረት (Normal Weight Obesity)፡ በቀጭንነት የተደበቀ ውፍረት

ክብደትህ ኖርማልና ጤናማ ክልል ውስጥ እንደሆነ ሁልጊዜም ይነገረሃል እንበል። ስለዚህ ጤንነትህ አሪፍ እንደሆነ እና ከክብደት ጋር በተያያዘ ምንም የጤና ስጋት እንደሌለብህ እርግጠኛ ትሆናለህ። እስኪ ለማንኛውም አጠቃላይ የጤና ምርመራ ላሰራ ብለህ ናሙና ስትሰጥ ግን ‘ከፍተኛ የኮሌስትሮል መጠን ያሳያል፤ ስኳርም ትንሽ ከፍ ብሏል፤  ልብህ ላይም ጫና እንዳመጣ ያሳያል’ ዱብዳ ተነግሮህ የኮሌስትሮል መድሃኒትና ደም ማቅጠኛ አስፕሪን ጀምር ልትባል…

ክብደት መቀነስ ለምን ቀላል አይሆንም – ከበስተጀርባ የሚታገሉን ድብቅ ሆርሞኖች!

በዶ/ር መላኩ ታዬ (በጥቁር አንበሳ ስፔሻላይዝድ ሆስፒታል የስኳርና ውፍረት ህክምና ስፔሻሊስት)   እስቲ አስቡት አመጋገብ አስተካከለው፣ የአካል ብቃት እንቅስቃሴ ወጥረው ሰርተው ከወራት እልህ አስጨራሽ ልፋት በኋላ ቦርጭን ልክ አስገባችሁት እንበል። በዚህ ስኬት ደስታና ፈንጠዝያ ይሆናል። በሰራችሁት አስደናቂ ተግባር ኩራት ይሰማችኋል። ግን ሰብሰብ ያለውን ወገብ ‘እኔ እኮ እችላለሁ፤ 8 ቁጥር ሽንቅጥ አልኩ እኮ!’ አድንቀው ሳይጨርሱ አንድ…

Mee har’a furmaata qabatamaa bara haaraa fayya qabeessa ta’eef haa jalqabnu

Dr. Melaku Taye (Ogeessa Dhukkuba Sukkaaraa Hospitaala Ispeeshaalistii Tikur Anbessaa) tiin Fulbaanaan yommuu seenu baay’een keenya bara darbe caalaa jijjiirama gaarii jireenya keenya keessatti hojiirra oolchuuf kaka’umsa qabna;  Fayyaa ta’uu barbaanna. Fayyaan murtoo jalqabaa bara kana murteessuu qabnu (new year resolution)  keessaa isa tokko.  Jijjiirama qabatamaa hawwii bira darbee gochuuf waadaa galuun yeroo kamiyyuu caalaa…

ውፍረትን ስናክም ከመጠነ ክብደት ባሻገር እናስብ

ውፍረትን ስናክም ከመጠነ ክብደት ባሻገር እናስብ በአለም አቀፍ ደረጃ ከ 1 ቢሊዮን የሚበልጡ ሰዎች ከመጠን ያለፈ ውፍረት (obesity) ተጠቂዎች ቢሆኑም ውፍረት እስካሁን በጥናቶች፣ በማኅበራዊ ግንዛቤ እና በህክምናው ዘርፍ አሁንም ግልጽ የሆነ ‘መለኪያ (diagnostic tool)’ የለውም። ይህ ግልጽ ያለ መመርመሪያና ግንዛቤ እጥረት ትክክለኛ ምርመራና ህክምና እንዳይደረግለት እንቅፋት ሆኗል። የውፍረት ህክምናዎች ብዙውን ጊዜ የሚያተኩሩት ውፍረትን ከምንጩ ከመፍታት…

Scroll to Top