cholesterol

ኤች ዲ ኤል (high-density lipoprotein, HDL)

በአንድ ወቅት ለአንድ ታካሚ የኮሌስትሮል መድሃኒት እንዲዎስድ ከብዙ ሰአት ውይይት (‘ኧረ እባክህ ለልጆችህ ስትል’ ልመና) በኋላ ተስማምተን የኮሌስትሮል መቀነሻ መድሃኒት ማዘዣ ጽፌ በቀጠሮ ለመገናኘት ተለያዬን። ከሁለት ወር በኋላ ሲመለስ ስለ ‘የኮሌስትሮል የጤና ጥቅሞች’ የሚወሸክቱ የማህበራዊ ሚዲያ ቪዲዮዎችን አሰባስቦ ይዞ መጣ። መረጃ መሰብሰብ ያለ ነው። ነገር ግን የኮሌስትሮል መቀነሻ መድሃኒት በማዘዝ ‘እነዚህን የኮሌስትሮል ጥቅሞች’ ላስቀርበት እንደነበር…

Waamicha hawaasaa adda baasuu fi dafanii rifaralaa Dhibee Kolestroolii Maatii – call for community diagnosis and early referral of Familial Hypercholesterolemia (FH)

Lipidology /Dr. Melaku Taayyeetiin Kolestrooliin maatii (Familial Hypercholesterolemia, FH) dhibee jeneetikii beekamaa ta’ee fi kolestroolii olka’aa fiduudhaan carraa dhukkuba onnee dabaluudha. Dhukkubni onnee dhukkuba daa’immanii fi dargaggoota fiiguuf gahaa hin taane kan miidhu yoo ta’u, yeroon yoo hin yaalamne dhukkuba lubbuu namaa galaafatudha. Akka addunyaatti namoota 300 keessaa tokko akka miidhu kan mirkanaa’e yoo ta’u,…

Koolestroolii daa’immanii fi dargaggoota keessatti

 By Dr. Melaku Taayyee Dhukkuba kolestroolii yeroo yaadnu yeroo baay’ee namoota ga’eessota qofa waliin wal qabsiifna. Garuu dhimmi fayyaa kun daa’immanii fi dargaggoota irratti dhiibbaa uumuu danda’a. Rakkoon kolestroolii, kan baayyinaan daa’imman irratti mul’atu, dhalootaan kan dhufu yoo ta’u, kolestrooliin daa’immaniis sababa rakkoo nyaataa fi sochii qaamaa dhabuu irraa kan ka’e jallachuu danda’a. Koolestrooliin daa’immanii…

Galmoota yaala kolestroolii (therapeutic targets of cholesterol treatment)

Dr.Melaku Taye Carraa dhukkuba onnee fi ujummoolee dhiigaa walqabatan milkaa’inaan hir’isuuf galmi yaala kolestroolii maal ta’uu qaba? Kolestroolii sirnaan yaaluun carraa dhukkuba onnee fi ujummoolee dhiigaa walqabatan dhufu hir’isuuf gargaara. Hammi kolestroolii olka’aan, keessattuu hammi kolestroolii hamaa to’annaa jala hin oolle, carraa dhukkuba onnee, strookii fi dhukkuboota onnee fi ujummoolee dhiigaa biroo baay’ee akka dabalu…

Dhukkubni kolestroolii maali?  Sababoonni isaa hoo?

Dr. Melaku Tayetiin Dhibee madaallii dhabuu cooma dhiigaa (Dyslipidemia) dhukkuba daddarboo hin taane yoo ta’u, hammi kolestroolii ykn cooma dhiigaa yeroo hin baramne yoo ta’e carraa dhukkuba onnee fi ujummoolee dhiigaa dabaluudha.  Addunyaa irratti sababoota dhukkuba onnee adda duree ta’an keessaa isa tokko yoo ta’u, kunis jeequmsa akkaataa jireenyaa ykn saaxilamummaa sanyii keessatti kan dhufudha. …

Gahee jijjiirama akkaataa jireenyaa yaala kolestroolii keessatti qabu

Dr. Melaku Tayetiin Qoricha fudhachuun qofti kolestroolii to’achuuf gahaa miti.  Kanaa mannaa, jireenya fayya qabeessa qabaachuun kolestroolii fi dhukkuba onnee fi ujummoolee dhiigaa kolestroolii wajjin walqabatu yaaluuf gahee bakka hin buune qaba.  Wanti gaariin jijjiiramni akkaataa jireenyaa yaala kolestrooliif gorfamu hedduun isaanii hojiirra oolchuuf salphaa ta’uu isaaniiti. Jireenya fayya qabeessa hordofuun sochii qaamaa gahaa gochuu…

የኮሌስትሮል ህመም የሀብታሞች ወይም የጮማ ሥጋ ለሚመገቡ ሰዎች ብቻ እንዳልሆነ ያውቃሉ?

የኮሌስትሮል ህመም የሁሉም ሰው ጉዳይ እንጂ ጮማ ለሚበሉ ሀብታሞች ወይም ቦርጭ ላላቸው ብቻ አይደለም! ማንኛውንም ሰው ሊያጠቃ ይችላል — አንተ/ችንም ጭምር! በየእለቱ የህክምና ስራዬን አዳጋች ከሚያደርጉብኝ ተግዳሮቶች መካከል አንደኛው በተለምዶ የኮሌስትሮል ህመም እና ተያያዥ የልብና የደም ቧንቧ በሽታዎች በሀብታሞች፣ ቦርጭ ባላቸው ግለሰቦች ወይም ጮማ ስጋ የሚያዘወትሩ ሰዎችን ብቻ የሚያጠቃ በሽታ ነው የሚል የተሳሳተ ግንዛቤ ነው።…

የኮሌስትሮል ህክምና ግብ (therapeutic targets of cholesterol treatment)

ለመሆኑ የልብና ተያያዥ የደም ስር ህመም ስጋትን በአስተማማኝነት ለመቀነስ የሚረዳው የኮሌስትሮል ህክምና ግብ ምን መሆን አለበት? ኮሌስትሮልን በተገቢው ሁኔታ ማከም የልብን እና ተያያዥ የደም ስር ህመሞችን ተጋላጭነት ለመቀነስ ይረዳል። ከፍ ያለ የኮሌስትሮል መጠን በተለይም የጎጂ ኮሌስትሮል የሚፈለገውን ያክል ቁጥጥር ውስጥ አለመሆን ለልብ ድካም፣ ለስትሮክ እና ሌሎችም የደም ስር ህመሞች ተጋላጭነት በእጅጉ እንደሚጨምር ያለጥርጥር የተረጋገጠ ሳይንስ…

የኮሌስትሮል መዛባት፤ መቼ ነው ሪፈር ማድረግ ያለብን?

በዘር የሚተላለፍ የኮሌስትሮል ህመም (የፋሚሊያል ሃይፐርኮሌስትሮሌሚያ, Familial Hypercholesterolemia, FH)  በጣም ከፍተኛ የኮሌስትሮል መብዛት የሚያመጣና ለልብ ህመም የሚያጋልጥ የተለመደ በዘር የሚወረስ በሽታ ነው። በአለም አቀፍ ደረጃ ከ300 ሰዎች አንዱን እንደሚያጠቃ የተረጋገጠ ሲሆን በዘር ከሚወረሱ የሜታቦሊክ ህመሞች በቀዳሚነት የሚጠቀስ ነው። በሃገራችን ኢትዮጵያም ይህ በሽታ እንዳለ ማረጋገጫዎች ቢኖሩም የህመሙን ስፋት ከ100 ሺህ በላይ ሰዎችን ሊይዝ እንደሚችል ከመገመት ውጭ…

በዘር የሚተላለፍ የኮሌስትሮል ህመም እንዲለዩ የተላለፈ ጥሪ – call for community diagnosis and early referral of Familial Hypercholesterolemia (FH)

በዘር የሚተላለፍ የኮሌስትሮል ህመም (የፋሚሊያል ሃይፐርኮሌስትሮሌሚያ, Familial Hypercholesterolemia, FH)  በጣም ከፍተኛ የኮሌስትሮል መብዛት የሚያመጣና ለልብ ህመም የሚያጋልጥ የተለመደ በዘር የሚወረስ በሽታ ነው። ሮጠው ያልጠገቡ ልጆችን እና ወጣቶችን በልብ ህመም የሚያሰቃይ ህመም ሲሆን በጊዜ ካልታከመ ገዳይ በሽታ ነው። በአለም አቀፍ ደረጃ ከ300 ሰዎች አንዱን እንደሚያጠቃ የተረጋገጠ ሲሆን በዘር ከሚወረሱ የሜታቦሊክ ህመሞች በቀዳሚነት የሚጠቀስ ነው። በሃገራችን ኢትዮጵያም…

Scroll to Top