Hordoffii dhukkuba sukkaaraa dahumsa boodaa
Dhukkuba sukkaaraa / Dr. Malaakuu Taayyeetiin Haadholiin dhukkuba sukkaaraa ulfaa qabaachuun isaanii adda baafame hedduun da’umsa booda ni dagatu. Namoonni, ‘Doktorri koo sukkaara dhiiga koo erga da’ee booda akka sirreeffamu waan natti himeef, dhiise’ jedhanii yeroo dubbatan dhaga’uun waanuma barame dha. Daa’ima reefuu dhalate qabachuu fi kunuunsuun mataan isaa hojii baay’ee nama dadhabsiisu waan ta’eef…